Maqaa Dhaabbatichaa : Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Heeban Nageellee Siraaroo
HNSWSSSE (Heban Nagelle Siraroo Water Supply and Sewerage Services Enterprise)
Dh.Taj.B.Dhug.Dha.HNS (Dhaabbata Tajaajila Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Heeban Nageellee Siraaroo )
ሔበን ነጌሌ ሲራሮ የመጣጥ ዉሃና ፊሳሽ አገልግሎት ድርጅት
Dhaabbatichii Boordiin kan buluu taée Hojii Geggeessaa fi itti aanaa Hojii Geggeessaa kan qabuuf isaan jelatti Ammoo Daayrekitoreetii baayinaan 9 fi hojjigeeggeesaa Damee lama ofijelattii kan qabatu dha.
Haallii Dhaabbatichaa : Tajaajila Bishaan Magaalaa fi Baadiyaa Gandoota hedduu (Multi Village Scheme) jedhamee beekkama.
Eddoon ittii Argamuu: Naannoo Oromiyaa, Godinaa Arsii Lixaa , Aanaa Nageelle Arsii tti
Faggeenyaa Finfinnee irra : 225 KM faggattee Argamti.
Sadarkaan Dhaabbatichaa : Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii Sadarkaa 1ffaa
Baayyinaa Uumataa Tajaajilamanii : 624,752
Baayinaa Aanotaa Tajaajilaa kanatti fayyadamanii : Magaalaa = 9 ( (Nagellee Arsii, Kuyyeraa, Ajjee, S/Shallaa , Doolee , Goljootaa , Meexii ) fi Gandootaa Baadiyaa baayinaan = 51
Woliigalattii Gandootaa Magaalaa =9
Gandootaa Baadiyaa = 51,
Dimishaashattii: Gandota 60 keessattii Tajaajilaa kan kennaa jiruu dha.
Dhaabbatichii Boordiin kan buluu taée Hojii Geggeessaa fi itti aanaa Hojii Geggeessaa kan qabuuf isaan jelatti Ammoo Daayrekitoreetii baayinaan 9 fi hojjigeeggeesaa Damee lama ofijelattii kan qabatu dha.
Isaanis